Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo 4.0 [free]

ソフトウェア

Walaloon damee ogbarruu keessaa kan bo’oofi, ceesiisaan tolfamee qooqa miidhaginaaniifi yeedaloodhaan dhiyaatudha. Walaloo keessatti qooqa, suureessuu, malleen dubbii fi
jechoota fayyadamuun hiikkaa gabbata dabarsu. Walaloon miira kakaasuuf, ykn haalaafi seenaa dabarsuudhaaf ni gargaara. Walaloo yeroo baay'ee xiyyeeffannoo gaafachuun jalqabu.
Akka fakkeenya arman gadii kanatti jalqaba.
Yaa Mana Walaloo Walaleessaa
Kutaa Qabuu Kessaa
Gurraa Naf Ergisaa
Gurraa Qofaa Miti Afaanin Callisa

バージョン履歴

Free Download ダウンロードする二次元コード
  • ソフトウェアの名称: Kuusaa Walaloo Afaan Oromoo
  • ソフトウェアカテゴリ: 書籍&文献
  • APK名: com.shegersoft.kuusaa_walaloo
  • 最新バージョン: 4.0
  • サポートROM: 4.4 以上
  • ファイルサイズ : 19.67 MB
  • 更新した: 2023-05-17